Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaa fi Kamaashii Gidduutti Tajaajilli Geejjibaa Ji’ootaaf Addaan Citee Ture Deebi’ee Jalqabuun Himame

Wallagga Lixaa fi Kamaashii Gidduutti Tajaajilli Geejjibaa Ji’ootaaf Addaan Citee Ture Deebi’ee Jalqabuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:08 0:00

Wallagga Lixaa fi Kamaashii Gidduutti Tajaajilli Geejjibaa Ji’ootaaf Addaan Citee Ture Deebi’ee Jalqabuun Himame

Tajaajilli geejibaa godina Wallagga Lixaafi godina Kaamaashii gidduutti ji’oota afuriif addaan citee ture deebi’ee jalqabuu isaa Biiroo Komunikeeshiniin Godinichaafi Jiraattota keessaa ammi tokko ibsan. Jiraattota keessaa, “meeshaaleen bu’uuraa seenaa jiru, garuu hanqinni jira” jechuun Sagalee Ameerikaatti himan. Waajjirri Komunikeeshinii Godina Kaamaashii tajaajilli geejjibaa addaan citee ture jalqamabus ammallee wantootni hafan akka jiran dubbatan.

Forum

XS
SM
MD
LG