Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Walga’ii Paarisitti Hirmaatan Hoogganoonni Biyyoota Afrikaa Akka Waan Gargaarsa Kadhannuutti Ilaalamuu Hin qabnu, Jedhan

Kanneen Walga’ii Paarisitti Hirmaatan Hoogganoonni Biyyoota Afrikaa Akka Waan Gargaarsa Kadhannuutti Ilaalamuu Hin qabnu, Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:17 0:00

Hoogganoonni biyyoota Addunyaa, dursitoonni jaarmaayaalee idil-addunyaa fi rogeeyyiin rakkoolee jijjiirama qilleensa naannoo fi iyyummaa ilaalchisee, caasaa maallaqaa addunyaa irra-deebiin bocuudhaan fala wayyaawaa barbaaduuf jecha, dhiheenya magaalaa Faransaay, Paarisitti guyyoota lamaaf mari’ataa turan. Walga’iin Jimaata, Waxabajjii 23, bara 2023 xumurame.

Forum

XS
SM
MD
LG