Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoonni Somaaliyaa Keessaa Waraqaa Eenyummaa Argachuuf Mooraa Dadaabitti Yaa’aa Jiran

Baqattoonni Somaaliyaa Keessaa Waraqaa Eenyummaa Argachuuf Mooraa Dadaabitti Yaa’aa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:18 0:00

Baqattoonnii lammilee Somaaliyaa Keeniyaa keessa jiran waraqaa eenyummaa baqattummaa isaanii mul’isu argachuuf jecha gara Buufata Baqattootaa Dadaabitti imalaa jiru.

Erga Waraqaa eenyummaa kana argatanii booda baqatummaan galmaa’anii, gara biyyoota addunyaa Lixaa fi Yuunayiitid Isteetis deemanii qubachiifamuu fi jireenya haaraa jalqabuuf abdii qaban – baqattoonni kun.

Forum

XS
SM
MD
LG