Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerarri Dhibee Gifiraa Bakka Uummanni Qe’ee Irraa Godaanee Dabrire Biraan Keessaatti Ka’uun Gabaasame


Naannoo Amaaraa
Naannoo Amaaraa

Naannoo Amaaraa magaalaa Debire Birhiaanittii weerarri gifiraa lammiilee biyya ofii keessatti qe’ee irraa buqqa’an ba irraan miidhaa geessisaa kan jiru yoo ta'u, torban lamaan darban keessa namoonni 80 vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'eera.

Itti gaafatamaan kutaa fayyaa magaalattii obbo Baqqalaa Gabiree VOAf akka himanitti, erga weerarri kun mudatee as buqqaatonni kuma 10 talaallii gifiraa fudhataniiru. Jiraattonni weerarri kun babal'achuu mala jechuun sodaa qabu. Naannichattis roob cimaa fi qorri mudachaa jira. Namoonni Naannoo Oromiyaa irraa buqqa’an kanneen kuma 30tti tilmaamaman Debire Birihanitti mooraa keess qubatanii jiru jedha gabaasi Mesfin Arraage.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG