Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaaytid Isteetis Keessatti Dhukkubi Busaa Argame

Yunaaytid Isteetis Keessatti Dhukkubi Busaa Argame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:59 0:00

As Yunaaytid Isteetis kutaalee lama keessatti dhukkubii Busaa argamuun ibsamee jira. Gama kaaniin immoo dureessichi bu’ursaa Microsoft fi hojii tola oltummaan beekaman Biil Geetis, kaampaanii dhukkuuboota qoratee dawaa haaraa barbaaduuf doolaara Ameerikaa miiliyoona 50 akka kennan ibsan.

Forum

XS
SM
MD
LG