Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal Waraansa Suudan Keessatiin Namoonni Miliyoona 2.5 Qe'ee Irraa Buqahaniiru Jedhame

Wal Waraansa Suudan Keessatiin Namoonni Miliyoona 2.5 Qe'ee Irraa Buqahaniiru Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00

Wal waraansii Sudaan keessaa kan Ebla 15 eegale hanga ammaatti, namoota gara miliyoona 2.5 ta’an qe’ee isaanii irraa akka buqq’an dirqisiiseera jedha Tokkummaan Mootummootaa.

Isaan keessaa gara harka 80 kan ta’an achuuma biyya ofii keessatti manaa fi qe’e isaanii irraa buqqa’anii jiru. Sidahmed Ibraahiim buqqaatota amma naannoo Sudaan kutaa Al Jaziraa keessa jiraatan tokko tokko dubbisee Jira.

Forum

XS
SM
MD
LG