Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaameellaa Keessatti Hidhattonni Milishoota 2 Ajjeesuu fi 1 Madeessuun Himame  

Gaameellaa Keessatti Hidhattonni Milishoota 2 Ajjeesuu fi 1 Madeessuun Himame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:12 0:00

Naannoo Gambellaa Godina Hawaasa Anyuwaa Aanaa Diimaa keessatti kaleessa hidhattootni dhukaasa bananiin milishoota lama ajjeesuu fi tokko madeessuu Waajjirri Komunikeeshinii aanichaa beeksiseera.

Itti gaafatamaan Waajjirichaa Obbo Ukeeloo Ujuluun, eenyummaan hidhattoota haleellaa kana raawwatanii hin beekmne jedhu. Biiroon Tasgabbiifi Ijaarsa nagaa naannichaa, “hidhattootni gocha kana raawwatan kanneen naannoo Kibba lixa Itoophiyaa Aanaa Surmaa irraa dhufani” jechuun ibse. Rakkoo kana furuufis qaamolee nageenyaa naannichaa wajjin akka mari’atu beeksiseera.

Forum

XS
SM
MD
LG