Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaan Walabummaa Ameerikaa Adoolessi Afur Qophii Adda Addaan Kabajamee Oola

Guyyaan Walabummaa Ameerikaa Adoolessi Afur Qophii Adda Addaan Kabajamee Oola
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00

Adoolessa afur waggaa waggaan ayyaana waalabummaa Ameerikaatu kabajama. Ayyaanni kun guyyaa Ameerikaan bittaa biriteen jalaa itti walaboomte yoo ta’u, guyyaa kana firoonni maatii fi hiriyoonni walitti dhufuu dhaan foon waaddanii gammadanii waliin kabaju. Agarsiisi adda addaa illee magaalaalee biyyattii keessatti qophaa’uu dhaan kabajama.

Magaalaan guddoo biyyattii keessatti waggaa 247ffaa walabummaa biyyattii kabajuuf yeroo qophooftutti, magaalonni xixiqqoon Yunaayitid Isteetis immoo duudhaa mataa isaanii kan guyyaa kanaa kabajuuf hawaasa isaanii walitti fidu.

Forum

XS
SM
MD
LG