Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaan Walabummaa Yuunaayitid Isteetis, Adooleessi Afur Marsaa 247 ffaa’f  Kabajame


Kabaja Guyyaa Walbummaa Yunaaytid isteets, Adoolessa 4.
Kabaja Guyyaa Walbummaa Yunaaytid isteets, Adoolessa 4.

Guyyaan Walabummaa Ameeriikaa Adoolessa 4 waggaa waggaan kabajamu bara kana yeroo 247 ffaa f har’a kabajamaa jira. Jala bultii isaarraa kaasee Uuummanni biyyattii sirna ho’aadhaan kan kabaju guyyaa walabummaa , Pirezeedaant Joo Baayiden Masaraa Mootummaa Ameerikaa Waahiit Haasutti kibxata galgala sagantaa garaagaraa qopheessanii kabajaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG