Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala: Yunaaytid Isteetis Keessatti Imammatni Sanyiirratti Hundaa’uun Barnoota Koolejii Kennu Akka Hafu Murtaa'uun Dhiibbaa Maal Qabaata?


Xiinxala: Yunaaytid Isteetis Keessatti Imammatni Sanyiirratti Hundaa’uun Barnoota Koolejii Kennu Akka Hafu Murtaa'uun Dhiibbaa Maal Qabaata?
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:35 0:00

Xiinxala: Yunaaytid Isteetis Keessatti Imammatni Sanyiirratti Hundaa’uun Barnoota Koolejii Kennu Akka Hafu Murtaa'uun Dhiibbaa Maal Qabaata?

Manni Murtii Olaanaa Yuunaayiitid Isteetsi Imaammata kanaan dura barataa Koolleejjii fi Yuunivarsiitiittii fudhachuuf, biyyattii keessatti Sanyiin akka ulaagaatti gaafatama ture akka hafu murteesse. Imaammata Waggoota Kurnoota hedduuf hojiirra oolaa ture akka hafu yaada murtii dhihaate irratti abbootii murtii mana murtichaa 9 keessaa 6 akka hafu sagalee murtii kennan kanneen hafan 3 garuu akka itti fufu sagalee murtii kennan. Harka caaluun waan akka hafu murtaa’eef kana booda itti hin fufu jedhamee jira. Dhimma kana irratti Jaallanneen, kutaa Minisootaa irraa hayyuu seeraa - Obbo Zakaariyaas Haayiluu Miniisootaa haasooofsiiftee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG