Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraansa Waggootaaf Tigiraay Keessatti Geggeessamee Booda Beelli Uummta Mudate Yaaddoo Guuddaa Uumee Jira

Waraansa Waggootaaf Tigiraay Keessatti Geggeessamee Booda Beelli Uummta Mudate Yaaddoo Guuddaa Uumee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:23 0:00

Tigraay keessatti eega waraansi waggootaaf geggeessamaa turee booda, rakkoo beelaa naannicha keessatti mudate haala yaaddessaa irra jira. Maddi oduu Rooyiters haala beela Tigiraay keessaa irratti gabaasaan qindeesse, miidhama suukanneessaa dhaqqabaa jiru agarsiisa.

Forum

XS
SM
MD
LG