Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gabaasni Haaraa Ba'e Hambaalee Aadaa Sudaan Manca'aa Jiraachuu Hubachiise


Gabaasni Haaraa Ba'e Hambaalee Aadaa Sudaan Manca'aa Jiraachuu Hubachiise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00

Gabaasni Haaraa Ba'e Hambaalee Aadaa Sudaan Manca'aa Jiraachuu Hubachiise

Gabaasi haaraan dhaaba bu’aaf hin hojjenne kan yeroo waraanaa hambaalee seenaa kunuunsu tokkoon ba’e akka jedhutti, yeroo wal waraansa Sudaan badii fi saamicha Muziyemootaa fi waaltaalee aadaa irra ga’e tarreessee jira. Gama biraatiin qaamoti Sudaaniin ala jiran, hambaawwan seenaa kana gara amansiisaa ta’etti dabarsuuf karoora hatattamaa baafatanii jiru jechuu dhaan Henrii Wilikins Jameenaa Chaad irraa gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG