Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhabbanni Balfa Pilaastikaa Hojii Ijaarsaaf Oolchu Kan Itiyoophiyaa Keessaa Rakkoon Maallaqaatu Isa Mudatus Hojii Itti Fufee Jira

Dhabbanni Balfa Pilaastikaa Hojii Ijaarsaaf Oolchu Kan Itiyoophiyaa Keessaa Rakkoon Maallaqaatu Isa Mudatus Hojii Itti Fufee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:18 0:00

Dhabbanni Balfa Pilaastikaa Hojii Ijaarsaaf Oolchu Kan Itiyoophiyaa Keessaa Rakkoon Maallaqaatu Isa Mudatus Hojii Itti Fufee Jira

Afrikaa keessatti hojiiwwan ykn projectootaa haaraa jalqabuu irratti rakkinni guddaan jiru maallaqa ittin ka’anu ykn jalqabanu argachuu dhabuu dha. Bayeen isaanii maallaqa sana argachuu akka Maleekaa waaqa irraa bu’uutti eegatu. Itiyoophiyaa keessatti dhaabbanni plaastikoota gataman fuunaanuun deebisee hojii faayida qabeessa irra olchaa jiru tokko rakkina akkanaa keessaa darbee yeroo ammaa hojii isaa milkaa’inaan geggeessaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG