Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubi Deeng Fiivar Jedhamu Maali?

Dhukkubi Deeng Fiivar Jedhamu Maali?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:09 0:00

Dhukkubi Deeng Fiivar Jedhamu Maali?

Dhukkubi Deeng fiivar ykn Deeng jedhamee waamamuu bulchiinsa naannoo Affaar keessatti yeroo ammaa kan mudatee yoo ta'u, ammaan duras Dirree Dawaa fi Bulchiinsa Naannoo Somaalee keessatti mul'achuu isaa ibsamee jira.

Ta'uus garuu guutuummaa Itiyoophiyaaa keessattis darbee darbee akka nama qabu gabaasaaleen ni agarsisuu. Dhukkuuba kana ilaalchisee waajiira walii galaa Bisidimoo irraa Dr. Mohammed Yusuuf Jaallanneen haasoofsiiftee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG