Xurree ittiin seenan

Breaking News

Garee Shubbisa Aadaa Afrikaa Kibbaa Waltajjii Addunyaatti Baasaa Jiru

Weellisaa Ibrahim Adam Boqote
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:19 0:00

Weellisaa Ibrahim Adam Boqote

Taatoo Qofeelaa mallattoo shubbisa aadaa gurraacha Afrikaa Kibbaa fi mormii sirna Appaartaayidii ta’e, Pansulaa, jedhamu ijoollummaa isaatti oddoo duubatti shaakalaa guddate. Amma ammoo, shubbisaa kana dargaggoota kaan leenjisuudhan waltajjii addunyaatti baasaa jira, jedha gabaasni Rooyers irraa arganne.

Forum

XS
SM
MD
LG