Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaad Keessatti Jijjirramni Qilleensaa Wal-dhibdeedhaf Sababa Ta'aa Jira Jedhame

Chaad Keessatti Jijjirramni Qilleensaa Wal-dhibdeedhaf Sababa Ta'aa Jira Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00

Chaad Keessatti Jijjirramni Qilleensaa Wal-dhibdeedhaf Sababa Ta'aa Jira Jedhame

Dhabamuun nageenyaa sababa jijjiirama haala qilleensatiin dhufaniifii lolli qabeenya uumamaarratti hammachaa akka deemu beektonni waayee kanaa qoratan ibsaa jiran.

Gabaasa Henerii Wilkensi Chaad irraa erge akka jedhutti biyyattii keessatti horsiistee bultoonni Fulaanii oo’ii naannoo dabalaa dhufuusaatiin hanqinni bishaanii isaan muudatee, waan hafterratti wal lolaa jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG