Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Amantaa Ortodoksii Naannoo Tigraay Ephiisqoophosoota Kundhaniif Muudama Raawwachuu Labsite

Manni Amantaa Ortodoksii Naannoo Tigraay Ephiisqoophosoota Kundhaniif Muudama Raawwachuu Labsite
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:00 0:00

Manni Amantaa Ortodoksii kan naannoo Tigiraay erga Wal waraansa kaaba Itiyoophiyaa booda mana Amantaa Ortoodoksi Tewaahidoo Itiyoophiyaarraa adda bahuu isaa labsate dilbata darbe kana muudama Ephiisqoophoosootaa haaraa Kudhanii raawwateera.

Sinoodoosiin Mana Amantaa Ortodooksii Itiyoophiyaas guyyuma dilbataa kana Ephiisqoophosoota haaraa Sagal muudeera. Gabaasaa Mulugeetaa Atsibahaa Mitikkuu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG