Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bara 2022 Keessa Addunyaarratti Namoonni Biliyoonni 1.4 Nyaata Walittifufinsa Qabu Hin Arganne, Jedha Gabaasaan Mootummoota Gamtoomanii

Bara 2022 Keessa Addunyaarratti Namoonni Biliyoonni 1.4 Nyaata Walittifufinsa Qabu Hin Arganne, Jedha Gabaasaan Mootummoota Gamtoomanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:51 0:00

Gabaasaan haaraan jaarmayaalee dhaabbata mootumoota gamtoomanii irraa bahe kan bara 2023 akka agarsiisutti, uummata adduunyaa kana irra jiraatu keessaa dhibeentaan 30 yokaan Biiliyoona 2 fi Qabxiin 4 ka tahu bara 2022 keessaa nyaata walitti-fufinsa qabu argaachaa hin turre. Kana ilaalchisee madda oduu Ajaansi Fraansi Prees gabaasaa qindeesse qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG