Roobii darbe magaalaa Johaanisbargi gidduu gala daldalaa keessatti dhohinsa ta’een lubbuun nama tokkoo darbee hedduu madeesseera. Viidiyoon miidiyaalee hawaasaarratti gadhiifame akka agarsiisutti yeroo dhohinsi guddaan kun dhaga’amutti namoonni baay’een daandiirra yommuu fiiganii fi humna dhohinsichaan konkolaataawwan dhaabbataniiran yommuu gaggaragalan ni mul’ata. Maddi dhohinsa kanaa ammayyuu ifatti hin beekamiin jiraatus angawoonni ammas sodaa naannichatti dhohinsi biraa jiraachuu malaan namoonni bakka sana akka deemne dhorkaniiru.
Dho'insi Haga Ammaatti Maddi Isaa Hin Beekamne Walakkeessa Magaalaa Johaanesberg Keessatti Nama Tokko Ajjeesee, Kaan Hedduu Madeesse
- VOA

Forum