Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mongomarii Kaawuntiin Torban Oromoo Labse

Mongomarii Kaawuntiin Torban Oromoo Labse
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:01 0:00

Labsiin Torban Oromoo as Yunaaytis Istees Kutaa Meerilaandi, Mongomarii Kaawuntii keessatti harra Adoolessa 21, 2023, Waajjira Hojii Raawwachiistuu kaawuntichaatti geggeeffameera. Ragaan labsii kana mirkaneessus bakka bu'oota kaawuntichaatiin Hawaasa Oromoo naannoo Waashingitan Diisiif dhihaatera.

Forum

XS
SM
MD
LG