Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Keeniyaa Akka Rakkoo Jijjiirama Qilleensa Naannootiif Fala Barbaadu Rogeeyyiin Gaafataa Jiran

Mootummaan Keeniyaa Akka Rakkoo Jijjiirama Qilleensa Naannootiif Fala Barbaadu Rogeeyyiin Gaafataa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:57 0:00

Keeniyaa keessaatti warreen kunuunsaa naannootiif falman mootummaan biyyattii rakkoo jijjiirama qilleensaa sababaalee sababaalee akka hongee fi lolaa bishaaniitiin dhufuuf akka fala barbaadu gaafachaa jiru.

Tarkaanfiilee mootummaan Keeniyaa fudhate tooko tokko irratti rogeeyyiin kunuunsa naannoo mormii qaban.

Forum

XS
SM
MD
LG