Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barsiisonni Yuunivarsiitii Naannoo Amaaraa Karoora Mootummaan Yuunivarsiitiiwwan Ilaalchisee Baase Morman


Yunversiitii Gondar (suuraa faayilii)
Yunversiitii Gondar (suuraa faayilii)

Barsiistonni Yuniversitii Naannoo Amaaraa fooyyeffama karoora yuniversitii ykn adda adda addummaa imaammataa mootummaa irratti ka walii hin galle ta’uu ibsaa jiran. Dura taa’aan waldaa barsiistota Yuniversitii Amaaraa Felleqee Warquu imaammatichi kaka’umsa siyaasaa qaba ittiin jedhan.

Prezidaantiin Yuniversitii Debre Birhaan Dr. Nigus Taaddesee VOAf akka himanitti Afaan Amaaraa fi seenaa dabalate sagantaaleen digirii duraa 18 cufamaniiru. Barsiistonni 500 ol illee hojii irraa ari’atamaniiru.

Tuuta oduuf kibxata kaleessaa ibsa kennaniin minister deettaa barnootaa Dr. Saamu’el Fiqiree akka jedhanitti, gurmaa'insi haaraan kun walitti makamuu yunivarsiitiiwwan murtaa'anii fi sagantaalee tokko tokko addaan kutuu danda’a jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG