Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muuziyeemiin Somaaliyaa Waggoota Hedduuf Sababaa Wal-waraansaan Cufamee Ture Banamee Tajaajila Kennuu Jalqabe

Muuziyeemiin Somaaliyaa Waggoota Hedduuf Sababaa Wal-waraansaan Cufamee Ture Banamee Tajaajila Kennuu Jalqabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00

Muziyeemiin Somaaliyaa erga hundeeffamee waggaa 90 ta’e, sababa wal-waraansaatiin biyyattii keessaaatiin erga saamamee, cunfamee turee booda walakeessa ji’a Adoolessaa kana agarsiisaaf deebi’ee banamee jira. Artistoonni Aduunyaa 18 ta’an hojii isaanii muziyeemicha keessatti agarsiisaa jiru. Kana irratti gabaasaa Mohaamed Yusuuf erge, qindeessinee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG