Ho'ii qilleensaa hammaachuun as Yunaaytid Isteetis, Awuuroopaa fi hanaga Eshiyaatti uummata rakisaa jira. Gama kaaniin dhukkuubii Deng Fiivar jedhamu, addunyaa irratti babal'ataa akka jiru jaarmayaan Fayyaa Addunyaa beeksisee jira.
Gama Tokkoon Ho’i Qilleensaa Gama Kaaniin Dhukkubni Deng Fiivar Jedhamu Addunyaarratti Rakkoo Uumaa Jiru
- VOA
Forum