Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muddamni Sudaanii fi Prezidaantii Keeniyaa Gidduu, Tattaaffii Jaarsummaa IGAD Kan Dhimma Sudaa Danqe

Muddamni Sudaanii fi Prezidaantii Keeniyaa Gidduu, Tattaaffii Jaarsummaa IGAD Kan Dhimma Sudaa Danqe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:06 0:00

Muddamni Sudaanii fi Prezidaantii Keeniyaa Gidduu, Tattaaffii Jaarsummaa IGAD Kan Dhimma Sudaa Danqe

Waldhabiinsii Sudaanii fi Keeniyaa gidduu jiru walwaraansaa gareewwan Sudaan gidduu jiru hikuu dhaaf yaalii taasifamaa jiru carraan gufachiisuu danda’u isaa baladha jedhu xiinxaltoonni.

Prezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo waraanii biyyoottan Afrikaa bahaa Sudaan keessa Seenuu qaba jedhanii yaada kennaniif jeeneraalli waraana Sudaan qeeqa dhiheesanii jiru. Dhimma kana irratti gabaasinii Maayikle Atiit Sudaan kibba Jubbaa irraa qopheesse akkasitti qindaa’e.

Forum

XS
SM
MD
LG