Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Gaambeellaatti Tasgabbii Bu’eyyuu Haalli Nageenyaa Sodaachisaa Tahuu Dubbatu Jiraattonni

Naannoo Gaambeellaatti Tasgabbii Bu’eyyuu Haalli Nageenyaa Sodaachisaa Tahuu Dubbatu Jiraattonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:10 0:00

Naannoo Gaambellaatti tasgabbiin deebi'aa jiraatullee ammayyuu yaaddoon nageenyaa jiraachuu jiraattota keessaa hagi tokko Sagalee Ameerikaatti himan.

Walitti bu'iinsa torban lamaan darbe naannicha keessatti geggeessametti kanneen namootni hirmaatan seeraan gaafatamuu qabu, jedhu jiraattonnoi.

Mootummaan Naannoo Gaambellaa haalli tasgabbii waan fooyya'eef jecha sochii yeroon daangessee ture haga tokko kaasuu isaa beeksisee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG