Emmet Till Hagayya bara 1955 umuriin issaa waggaa 14 ture. Dubartii adii tokko irratti fooricce jechamuu dhaan Mississippii keessatti dhiirtota adii lamaan ukkaamsamee butamee dararamee ajjeefame. Du’i Till fi qabsoon harmee isaa sochii mirga namaa Yuaayitid Isteetis keessaaf jabina ta’e. Prezidaanti Joo Baayiden illee torban darbe kabajaan isa yaadatan jedha gabaasi Lurel Bowman.
Prezidaant Joo Biden Dargaggeessa Gurraachaa Ajjeefameef Labsii Yaadannoo Mallatteessuun Kabaja Kennan
- VOA
Forum