Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-waraansi Sudaaniin Raasaa Jiru Kutaa Kordofaan Irraa Namoota Kuma Hedduu Gara Sudaan Kibbaatti Godaansise  

Wal-waraansi Sudaaniin Raasaa Jiru Kutaa Kordofaan Irraa Namoota Kuma Hedduu Gara Sudaan Kibbaatti Godaansise  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:54 0:00
Yeroo Sudaan wal-waraansaan raafamaa jirtu kanatti, haalli Kaartum keessaa fi kutaa rakkoo hamaa keessa jirtu ka Daarfur qalbii hedduu hawateyyuu, kan daangaa Sudaan Kibbaa irra jirtu kutaa Kordofaan keessas walitti-bu’insi muddamsa uumee jira. Sababaa walitti-bu’insaan lubbuu hedduun dhabamuu irraa kan ka’e, namoonni kuma hedduutti lakkaawaman naannoo sana irraa gara Sudaan Kibbaatti godaananii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG