Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Gamtaa BRICStti Makamuun Ija Ogeessa Dinagdeen Akkamitti Ilaalama?


Itiyoophiyaan Gamtaa BRICStti Makamuun Ija Ogeessa Dinagdeen Akkamitti Ilaalama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:32 0:00

Gareen dinagdee addunyaa Biraazil, Raashaa, Hindii, Chaayinaa fi Afriikaa Kibbaa bara 2010 keessa hundeeffame. Itiyoophiyaanis garee kanatti akka makamtu hooggantoonni garee kanaa Raggaasisaniiru.

Yunivarsitii Minnesota-tti Professor barnoota dinagdee Dr. Bedassa Xiinxala Ethiopian garee BRICStti makamuu nuuf kennaniiru.

Ethiophian garee BRICS keessa seenuun biyyoonni akka Chaayinaa fi Raashaa miseensa baay’ifachuu ykn daboo dhaaf yoo ta’e malee dinagdee ishee irratti dhiibbaa qabaatu tokko iyyuu hin qabu.

Itiyoophiyaan warren gama dhiyaa waliin hariiroo isheen qabdu yoo ilaalames hariiroon jiru kan liqaa argachuu fi gargaarsaa ti. Gargaarsa baankii addunyaa fi IFM irraa argamu keessatti immoo warren akka US murteessuu keessatti sagalee ol aanaa waan qabaniif, liqaa argattu duraa xiqqeessu dabalatee yoo miidhaa fide malee ammaa ammatti dhiibbaa qabaatu hin qabu jechuu dhaan Dr. Badhaasaa Taaddasaa VOAtti himaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG