Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Amaaraa Magaaloota Tokko Tokko Keessatti Wlittibu’iinsii Itti Fufee Jira, Jedhu Jiraattonni


FAAYILII - Magaala Laalibalaa, naannoo Amaaraa
FAAYILII - Magaala Laalibalaa, naannoo Amaaraa

Tasgabii hanga tokko agarsisee kan ture Walitti bu’iinsi humnoota mootummaa fi garee hidhatee fincilee Faannoo gidduutti magaalaalee bulchiinsa naannoo Amaaraa tokko tokko keessatti, itti fufuu isaa jiraattonni ibsaniie jiran.

Godiina Gojjaam bahaa magaalaa, Debre Markos, Finoteselam godiina Gondar kaabaa fi Debre Tabor keessatti Sambata irraa eegalee walitti dhukaasii akka turee, lammiwwan lakkoobsii isaanii hin beekamne ajjeefamuu, jiraattonni jiraattonni RSAF himanii jiru.

Ajajii qajeelfama walii gala kan yerooo hatattamaa turban kana ibsa baaseen, bulchiinsa naannoo Amaaraa keessatti nagaan hangii tokko argamuu ibsee ture.

Jaarmayaan gargaarsa namoomaa kan Tokkummaa Mootummootaa ykn OCHAAN turban kana ibsa baaseen, naanoo sana keessatti torbanneeniif kan ture magaalaamee gurguddoo keessatti walitti bu’iinsii ture sana booda, tasgabiin bu’uu gabaasee ture jechuun Asteer Misgaanaaw Baahiir Daar irraa gabaastee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG