Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Budaapestitti Geggeessamaa Ture Xumurame  

Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Budaapestitti Geggeessamaa Ture Xumurame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:31 0:00

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Hagayya 19 hanga 27, 2023 guyyoota sagalif Biyya Haangaarii magaalaa Budaapeestitti gaggeeffamaa ture kaleessa xumuramee jira.

Shaampiyoonaa kana madditis koonfriisiileen ka geggeeffamaa turan yoo ta’u, kanneen keessaa dhimma dubbartoota aangoomsuutti fuuleffate xiiyyeffanaa arggatee jira. Kan Budaapestitti imaluun deemsa dorgommichaa nuuf gabaasaa ture, Eebbissaa Naggasaa doorggoomilee guuyyaa kaleessafi qabxi walligalaa walitti-qabuun, akkasuma dhimma konfer

Forum

XS
SM
MD
LG