Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-waraansi Sudaan Keessaa Dinagdee Sudaan Kibbaarratti Dhiibbaa Hamaa Uumee Jira  

Wal-waraansi Sudaan Keessaa Dinagdee Sudaan Kibbaarratti Dhiibbaa Hamaa Uumee Jira  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00

Wal-waraansi Sudaan keessatti deemaa jiru dinagdee biyyaa ollaa kan Sudaan Kibbaa miidhaa akka jiru. Akka Baankiin Adduunyaa ibsetti madda galii biyyatti dhibba irraa harka 90 kan ta’e gabaan boba’aa rakkina keessa seenee jira. Qaala’insi jireenyaa hedduu akka ol ka’u taasiseera.

Forum

XS
SM
MD
LG