Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Chaad Daangaa Sudaan Irra Jirtu Keessa Namoonni Jiraatan Buqqaatota Sudaan irraa Gara Isaaniitti Dheessan Gargaaruu Yaalaa Jiran

Magaalaa Chaad Daangaa Sudaan Irra Jirtu Keessa Namoonni Jiraatan Buqqaatota Sudaan irraa Gara Isaaniitti Dheessan Gargaaruu Yaalaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:55 0:00

Walakkeesaa ji’a Waxabajii irraa kaasee lammileen Sudaan walwaraansa baqatanii gara magaalaa biyyaa Chaad Adree jedhamuu seenan kuma 200 ol ta’u.

Walwaraansii Sudaan jalqabamuu isaatiin duratti namoottan magaalaa kana keessa jiraachaa turan kuma 40 qofa ture.Jiraattonni magaalichaa duraanii jiraattotaa haaraa dhufaa jiran gargaaruudhaaf waan gochaa jiran irratti gabaasa qindaa’e qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG