Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tekinooloojiin Sammuu Nam-tolchee "AI" Jedhamu Dinagdee Addunyaa Keessatti ‘Eebba Moo Abaarsa’?

Tekinooloojiin Sammuu Nam-tolchee "AI" Jedhamu Dinagdee Addunyaa Keessatti ‘Eebba Moo Abaarsa’?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:02 0:00

Yeroo ammaa kallattiI adda addaatiin ka yeroo ammaa babalchaa sammuun nam tolchee yokaan Artiifishaal Intelijensi yokaan AI jedhamu dhala namaatiif abdii hedduu kenneyyuu gama biraatiin yaaddoo guddaa uumee jira. Tekinoolojiin sammuu namtolchee sochii diinagdee Adduunyaa keessaatti ‘eebbamoo abaarsa? gaaffii jedhu irratti hundaa’uun gabaasaa qindaa’e qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG