Walwaraansa Sudaan keessaa dheessuudhaan lakkoofsi namoota gara Itoophiyaa seenanii ka dabalaaa jiru tahuu Mootummaan naaannoon Benishaangul Gumuz beeksise.
Gama biraatiin, Jaarmayaan Godaantotaa Idil-Addunyaa /IOM/ eega walitti bu'iinsi naannoo Amaaraa keessatti uumame as lakkoobsi namoota Sudaan keessaa gama Matammaatiin Itoophiyaa seenanii hir'achuu isaa, gabaasaa tibbana baase keessatti ibsee jira.
Forum