Xurree ittiin seenan

Breaking News

Israa’el Lammiwwan Ertiraa Biyya Ishee Keessatti Jeeama Ka’etti Hirmaatan Akka Baaftu Beeksiifte 


Israa’el Lammiwwan Ertiraa Biyya Ishee Keessatti Jeeama Ka’etti Hirmaatan Akka Baaftu Beeksiifte 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:02 0:00

Israa’el lammiilee Eertiraa 1,000 kanneen dhuma torbee darbee Tel Aviv keessatti “jeequmsa” poolisoota Israa’el dabalatee namoota kurnaa ol madeesse irratti hirmaatan biyyaa ari’uuf yaadaa jirti jechuun, MummichiMinisteera Israa’eel Beeniyaamin Netaaniyaahuun Dilbata kaleessaa ibsanii jiru.

Gama kaaniin, Ministirri Nageenya Biyyoolessaa kan Israa’el Itamar Ben Gvir, Dilbata kaleessaa magaalaa Tel Aviv gama kibba daawwatanii jiran. kunis mormiin dhiiga dhangalaaasisee fi gareewwan Eertiraa wal morkatan giddutti ta’e, namoota kurnootaan lakkaa’aman eega madeessee guyyaa tokko booda.

"Namni asitti seera cabse hundi hidhamuu qaba, hidhaatti galfamuu qabu kan jedhan Ministirri Nageenya Biyyoolessaa kan Israa’el Itamar Ben Gvir, yeroo hin murtoofneef hidhaa keessa taa'uu qofa osoo hin taane, hanga yeroo biyyatti keessaa baafamaniitti qoofata ta’u qaba jedheen yaada. As turuun isaan hin barbaachisu.Iddoo isaanii miti" jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG