Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigaltee Priitooriyaatti Mallatteessamee Booda Hidhamtoonni Dhalattoonni Tigiraay Silaa Hiikamuu Malan Akka Hin Hiikamiin Ibsame  

Waliigaltee Priitooriyaatti Mallatteessamee Booda Hidhamtoonni Dhalattoonni Tigiraay Silaa Hiikamuu Malan Akka Hin Hiikamiin Ibsame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:31 0:00

Walwaraansii Itiyoophiyaa gama Kaabaa keessatti waggoottan lamaaf geggeessamaa ture eega waliigaltee Pritooriyaa keessatti mallatteessameen xumuramee booda, namoottan yommuu sana qabamanii mana hidhaa adda addaa keessatti hidhaman hedduun ammaalle akka hin hikamiin dhaabbanii mirga namoomaa Itiyoophiyaa keessaa “Hiyuumaan Raayitis Ferist”jedhamuu fi maatiwwan hidhamtootaa akkasumas namoottan mana hidhaa keessa turanii gad lakisaman tokko tokkoo fi aangawoonni bulchiisin yeroo ka naannoo Tigraay Sagalee Amerikaatti himanii jiru. Kana ilaalchisee gabaasaa Gabree Hagos fi gabaastota kaaniin walitti-qabamee dhihaate qindeessinee jira.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG