Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa, Keessumaa Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Dhibeen Busaa Babal’atee Miidhaa Jabaa Geessisuun Ibsame   

Oromiyaa, Keessumaa Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Dhibeen Busaa Babal’atee Miidhaa Jabaa Geessisuun Ibsame 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:14 0:00

Naannoo Oromiyaa keessatti bara 2015 keessa namoonni 160 ol ta'an sababa dhibee busaan du’uu Biiroo fayyaa Oromiyaa ibse jira. Naannicha keessatti godinaalee 16 fi bulchiinsota magaalotaa 7 keessatti dhukkubichi babal’achuu ibsan Biiroo fayyaa Oromiyaatti dursaan garee dhabamsiisu dhibee busaa obbo Johaar Qaasim.

Wallaggaa lixaa fi Qeellam Wallagga keessatti dhibee kanaan lubbuun namoota 29 tahanii darbuu eeranii, hanqinni qorichaa jirus yaaddessaa tahuu hubachiisan.

Forum

XS
SM
MD
LG