Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoon Prezidaantummaatiif Dorgommiin As  Yunaayitid Isteetis Keessatti Eegalame Ammumaan Waan Cime Fakkaata  


Filannoon Prezidaantummaatiif Dorgommiin As  Yunaayitid Isteetis Keessatti Eegalame Ammumaan Waan Cime Fakkaata  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00

Duula Filannoo Ameerikaatti taasifamuuf jiruun dorgommiin pireziidaant Joo Baayidan kan amma aangoorra jiranii fi kan isaan dura aangoo Pireziidaantummaarra turan Doonald Tiraampi gidduutti taasifamu gamanumaan cimaa fakkaata. Haa ta’u malee namoonni siyaasaa tokko tokkommoo dorgommii kanatti seenuuf balbala saaqqachaa jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG