Naannoo Amaaraa keessatti walitti-bu’insa darbee darbee humnoota mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa fi gurmuulee hidhattootaa “Faannoo” jedhaman gidduutti geggeessamuun muddama uumame irraa kan ka’e hanqinni nyaataa fi tajaaila eegumsa fayyaa mudatee jira. Godinaalee Goojjam Lixaa, Shawaa Kaabaa fi Walloo keessatti walitti-bu’insawwan jedhaniin namoota hin hidhatiin yokaan siiviloota irraa miidhaan gahuu isaa Sagalee Ameerikaatti himan, jiraattonni bakkawwan sanaa.
Walitti-bu’insoota Naannoo Amaaraa Keessatti Mumul’atarraa Kan Ka’e Hanqinni Nyaataa fi Tajaajila Fayyaa Mudachuun Himame
- VOA
Forum