Xurree ittiin seenan

Breaking News

Angawoonni  Warraaqsa Bilisummaa Uummata Benishaangul 6 Hidhaman


Angawoonni  Warraaqsa Bilisummaa Uummata Benishaangul 6 Hidhaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:16 0:00

Angawoonni Warraaqsa Bilisummaa Uummata Benishaangul (BEHNEN) 6 fi miseensotni paartichaa 18 torban darbe keessa humnoota mootummaatiin qabamanii hidhamuu paartichi ibsa kenneen beeksise.

Komishinarri Poolisii Naannoo Benishaangul Gumuz ammoo, “angawoonni sun kan hidhaman sabababa yakka raawwataniifi" jechuun Sagalee Ameerikaatti himan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG