Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbileen Siivikii Itiyoophiyaa Keessa Jiran Walitti-bu’insawwan Haala Waarawaan Furuuf Akka Waltajjiin Marii Hundeeffamu Gaafatan

Dhaabbileen Siivikii Itiyoophiyaa Keessa Jiran Walitti-bu’insawwan Haala Waarawaan Furuuf Akka Waltajjiin Marii Hundeeffamu Gaafatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:41 0:00

Dhaabbileen ka mootummaa hin ta’iin Itiyoophiyaa keessa socho’aa jiran 35, walitti-bu’insawwan yeroo ammaa biyyattii keessatti mul’ataa jiran karaa waarinsa qabuun akka furmaata argatu kan fala barbaadu waltajjiin marii nageenyaa sadarkaa biyyaalessaatti akka qophaa’u waamicha dhiheesanii jiru.

Dhaabileen kun Roobiidheengaddaa Finfinnee keessatti ibsa kennaniin waggaa xumuramaa jiru kana keessatti walitti-bu’insawwan biyyatti keessatti bakka adda addaatti taasifamaa jiran waggaa haaraa Itiyoophiyaa dhufaa jiru keessatti itti fufuu malu, yaaddoo jedhu qaban.

Forum

XS
SM
MD
LG