Yakkawwan farra namoomaa Daarfuur gama Lixaa keessatti raaw’atamu saaxilamuu itti fufee jira. Mooraa baqatoota lafa Chaad Sudaan wajjiin wal-daangessitu irra jiru keessa kanneen jiran – dubartoonni abbaaoonni warraa isaanii irraa ajjeesaman, milishoonni gosaa Daarfur keessaa dhiirotatti xiyyeeffachuun gochaalee duguuginsa sanyii raaw’ataa jiru – jedhu.
Daarfur Lixaa Keessatti Ajjeechaan Duguggaa Sab-lammii Dheerotatti Xiyyeeffate Jedhu Maatiin Miidhamtootaa
- VOA
Forum