Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyoonni Gama Lixaa Raashiyaarra Uggura Kaa’aniyyuu Hidhata Dhaabbta Ishee Waliin Qaban Dhaabuu Hin Dandeenye

Biyyoonni Gama Lixaa Raashiyaarra Uggura Kaa’aniyyuu Hidhata Dhaabbta Ishee Waliin Qaban Dhaabuu Hin Dandeenye
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:38 0:00

Weerara Raashiyaan Yuukireen irratti raawwattee booda, biyyotiin addunyaa gama Lixaa boba’aa Raashiyaa irraa bituu dhaabanii jiran. Kanaadhaan dhaabbata Niyuukilaraa Raashiyaarratti qoqqobbii gootee jirti. Yunaayitid Isteetis ji’a Ebla darbe keessaa tarkaanfii wal fakkaataa Raashiyaa irratti fudhatte.

Haata’u malee biyyoottan addunyaa gama Lixaa ammayyuu dhaabbata Raashiyaa boba’aa humna niyuukilaraaf oolu omishu ka Rosaatoom jedhamu waliin hidhata qaban adda kutuu hin dandeenye.

Forum

XS
SM
MD
LG