Xurree ittiin seenan

Breaking News

Liibiyaa Bahaa Balaa Lolaan Mancaate Keessatti Haalli Baqattootaa Daran Yaaddessaa Tahuu Baqataan Tokko Dubbate

Liibiyaa Bahaa Balaa Lolaan Mancaate Keessatti Haalli Baqattootaa Daran Yaaddessaa Tahuu Baqataan Tokko Dubbate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:31 0:00

Libiyaa gama bahaa keessatti, Dilbata dabree obomboleettiin rooba hamaa makatee buubbise balaa guddaa geesisuun isaa gabaafamaa jira.Caasaaleen wal-qunnamtii lafa balaan itti dhaqqabee addaan citanii waan jiraniif, baqattoota bakka balaan sun itti dhaqqabe quunnamuun hin danda'amne. Kan bakka sanatti dhihaatu, Bengaazii irraa baqataan Alii Jibiril jedhaman waan dhagahanii fi beekan Sagalee Ameerikaatti himanii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG