Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden Imaammatni Hooggansa Isaanii Ka Rakkoo Addunyaa Furuuf Gargaaru Tahuu Dubbatan


Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden Imaammatni Hooggansa Isaanii Ka Rakkoo Addunyaa Furuuf Gargaaru Tahuu Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:09 0:00

Yaa’iin waliigalaa Mootumoota Gamtoomanii irraati kaleessa kan haasawa taasisan Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden, hooggansi biyya isaanii rakkina Aduunyaa addunyaaf fala baarbaachuudhaaf imaamata ykn mu’ata dhimma alaa gargaaru kan akka ta’e hoggantootaa biyyoottan Adduunyaati himan.

Akkuma bara darbee baranas irra deebi’uudhaan Weerarri Raashaan Yuukreen irratti raawwatte gochaa imaammat ijoo seeraa ittin buliimsaa dhaabbata mootumootaa gamtoomanii cabseedhaa jidhan, Joo Baayiden.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG