Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoon Uumamaa fi Walitti Bu’iinsi Addunyaa Irraa Rakkina Nyaataa Isa Hamaa uumuun Gabaasame


Tola ooltonni baqattoota Yukireen oggaa qarqaara, Poortlaand, Guraandhala 26, 2022.
Tola ooltonni baqattoota Yukireen oggaa qarqaara, Poortlaand, Guraandhala 26, 2022.

Haalli jijjirama qileensaa, dhibeen Koovid, walti bi’insi bakkaawan adda addaa keessa jiru sadarkaa adduunyaatti rakkinaa nyaataa umuu isaa ministerri dhimma alaa Yunaayitid Isteets Antooni Bilinken ibsanii jiru.

Antooni Biliinken ibsaa kana kan kennaan walga’ii wabii nyaataa dhabiinsaafi fala idilee adduunyaa barbaadu , isaa waa’ee midhaanifi biyyee madaqeeffamanii ykn harka namaatiin hojjatamanii irratti haasaa taasisaniin akka ta’e ibsameera.

Yaaddoo egerii ilaalchisuudhaan kan dubbatan Biliinken, fedhiin midhaan nyaata aduunyaa yeroo ammaatii kaasee ammaa baraa 2050 ti dhibeentaa 50n dabaluuf deemaa jiraa. Yeroodhuma walfakkaatu keessatti immoo sababa jijjiramaa haala qileensaatiin,omishini midhaanii dhibeentaa 30 gadi bu’uuf deema jira.

Muldhanni midhaanii fi biyyee madaqeesamanii ykn “Vision for Adapted Crops and Soils” jedhamu Afrikaa keessatti sirna midhaan nyaataa mijataa ta’ee diriirsuudhaaf akk hojjatudhaa kan ibsamee.

Sochiin kun omisha qonnaa fi soorata guddisuudhaf, sanyii midhaanii fi biyee haala qileensaa dandamachuu danda’u irratti kan hojjatu akka ta’e beekameera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG