Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaan Lolaa naannoo Gambeelaa Uummata Hedduu Qe’ee Ofii Irraa Buqqaase


Balaan Lolaa naannoo Gambeelaa Uummata Hedduu Qe’ee Ofii Irraa Buqqaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Balaan Lolaa naannoo Gambeelaa Uummata Hedduu Qe’ee Ofii Irraa Buqqaase

Balaa lolaa naannoo Gaambellaatti tibbana mudateen namootni kuma 25 ol qe'ee isaaniirraa buqqaasamuufi kanneen kuma 36 tahan ammoo miidhaaf saaxilamuu isaanii mootummaan naannichaa beeksise.

Balaa lolaan geessisaa jiru ammallee itti fufuusaa itti dabaluun ibsee jira.

Akka Bu'aan Kantiibaa magaalichaa, obbo Saayiman Tiyaachii gama isaaniin buqqaatota amma mana barumsaa keessa qubachiisamanii jiran Wiixata torban dhufuu eegalee gara buufata yeroo biraatti dabarsuuf akka jiran himan.

Bakka bu'aan pireezidaantii Gaambellaa obbo Umood Umood gama isaaniin balaa lolaa kana qolachuuf fuulduraaf qorannoo barbaada jedhaniiru jedha gabaasi Nakoor Malkaa Amboo irraa erge.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG