Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Joo Baayiden Hojjettoota Hookkara Hoji Dhaabiinsaa Geeggeessaniif Deggersa Qaban Agarsiisan


Prezidaant Joo Baayiden Hojjettoota Hookkara Hoji Dhaabiinsaa Geeggeessaniif Deggersa Qaban Agarsiisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:44 0:00

Prezidaant Joo Baayiden Hojjettoota Hookkara Hoji Dhaabiinsaa Geeggeessaniif Deggersa Qaban Agarsiisan

Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetsi Joo Baayideen Kibxata kaleessaa isa hojjeettoonni Warshaa Konkolaataa Michigaan miindaan dhibbeentaa 40 dabaluu qabaa fi sa’aatiiwwan hojii kan torbanii gara sa’aatiiwwan 32 tti gadi hir’achuu qabu jechuun lagannaa hojii taasisan deeggaran.

Kunis Pireezidaantiiwwan Ameerikaa bulchaniiran keessaa isa jalqabaa lagannaa hojii hojjettootaa deeggaran isaan jechisiiseera. Gabaasa dhimma kanarratti Anitaa Paaweel sagalee Ameerikaaf gaabaaste Tujubee Horaa akka itti aanutti dhiyyeessiti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG