Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kabaja Ayyaana Fannoo fi Moowilidaa

Kabaja Ayyaana Fannoo fi Moowilidaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:58 0:00

Kabaja Ayyaana Fannoo fi Moowilidaa

Har’a Ayyaanni Guba masqalaa fi guyyaan dhaloota Nabiyyuu Mohaammed kan waggaa 1498ffaan guutummaa Itiyoophiyaatti kabajamee oolee jira.

Hirmaattonni ayyaanichaas bifa amantaa isaanii ibsuun kan ayyaan kana kabajan yoo ta’an, keessumaa ayyaana jala bultii ayyaan fannoo, Gubaa masqalaarratti warreen argaman ayyaanni guba masqalaa gama amantaa akkasumas aadaa dhaanis saba Oromoo biratti kan hiika addaa qabu ta’uu dubbatanii jiran. Galmoo Daawit Adaamaarraa waan qindeesse qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG